Faar gutuu shifaraa
Badisi tasaa yoom dhabame
Sitoo na oolche sitoo na oolche
Nyaatamuun tasaa yoom dhabame
sitoo na oolche sitoo na oolche
*2
Humna waaqummaa kee arganii kan beekani
Oolchaa dha haa jedhani
Humna dandeettii jee arganii kan beekani
Oolchaa dha haa jedhani
Oolchaa dha
__*8_
Humni isaa oolchaa dha
Maqaan isaa oolchaa dha
*4Barri kee hin beekamu ,ifti kees bakkalcha
Humna maqaa keetu, haalota qajeelcha
Anaaf jiruu kooti, maqaa kee faarsuuni
Warri siin fayani ,haa gagammadani
Darbee jira harka keetiin waan hundaa dabarsee
Eeboon saa'ol nan arganne suma na milikse
Kellaa abiddaa naaf mana koo kan marse
Akkamittin sin faarsuree kiraara koo ol kaasee
Maaliin himu
Baras hin ga'amu
Maqaan kee haa jajamu
*2Kan na fide iddoo mamni hin beekin
Lafa onaa keessatti
Yaaddoo hamaa yoo na marsu iji koo si ilaalti
Cal hin jettu yemmuun si waamu
Garaan kee hin raafama
Gab gooteetta qilleensicha hunduu sif bitama
Du'a yeroo malee
Harki kee gidduu gale
Dhiigni kee na dhokse
Afaan diinaa onse
*2Si'i mtiiree inni
Hidhaa koo cire
Mee ka'ee hin faaradhuuree
*2Badisi tasaa yoom dhabame
Sitoo na oolche sitoo na oolche
Nyaatamuun tasaa yoom dhabame
sitoo na oolche sitoo na oolche
*2
Humna waaqummaa kee arganii kan beekani
Oolchaa dha haa jedhani
Humna dandeettii jee arganii kan beekani
Oolchaa dha haa jedhani
Oolchaa dha
__*8_
Humni isaa oolchaa dha
Maqaan isaa oolchaa dha
*4✍️✍️✍️✍️✍️✍️Ⓜ️ by moti jira
facebook moti jira temesgen follow highlights
https://t.me/BARIIFAYYINhttps://t.me/BARIIFAYYINAAjoin like share goochuun nuuh JAAJABESAA
yeadafii jaajabiinaa nufii qaabdaa comment nuf baaresaa heeduu isiin jaalanaa hoordoftotaa keenyii hunduuiinuu