Dinqisiisoo


Kanal geosi va tili: Somali, Somalicha


Wantoota dinqisiisoo fi ajaa'ibsiisoo yoo barbaaddan Chanel armaan gadii join gochuun hordofaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dinqisiisoo123
https://t.me/Dinqisiisoo123
hiriyoota keessaniuf share gochuu hin dagatinaa.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Somali, Somalicha
Statistika
Postlar filtri


Waktii 1 Muummichi Ministeeraa Biyya keenyaa duraanii daawwannaaf gara Beeljiyeem deeme. Achittis wal gahii Itoophiyaanota waliin taasiserratti dubarri tokko yaada kennuuf kaate.

Ishee “Mootummaan keessan jibbisiisaadha. sirni keessanis fokkisaadha, abbootiin aangoo keessanis fokkistootadha, waan isin gootan hundi fokkataadha"

Mallasaa “gaariidha. Fokkistoota ta'uu ni dandeenya. Haa ta'u malee as kan dhufne dorgommii miidhaginaaf miti ”

Kanan dubbiserraa

📩 Share 🖇 join 🔼 like 🔴react


#BAACOO_KANAAN_BOOHARAA

Bar tokko Abbaa manaa fi haadha manaatu
qarqara galaana jiraatu turan. Abbaan manaa ishee kun halkan ala turee yeroo inni galutti haati manaa
isaa kun eessa turtee dhuftte bakkuma irraa dhuftetti deebi'i sa'aatii kanaan ani balbala sirraa hin banu jettee irraa banuu didde.
yeroo kana abbaan manaa ishees balbala narraa bani, yoo banu didde galaana kana keessan of buusa jedhe.
ishee sodaachisuuf. Isheenis keessa bu'i maal na rakkiseree jetteen. Innis dhagaa guddaa isaa
fuudhee galaana mana isaa cinaa jiru kanatti gadi darbate.
Yeroo kana isheenis heddu rifattee Quulla ishee butaantaa (paanti) qofaan siree irraa
utaaltee gadi baate.
Yeroo kana inni mana jala dhokatee turee.dafee akkuma isheen gadi baateen olseene balbala itti cufate. Yeroo kana ishenis amma balbala narraa bani jetteen. Innis hin banu jedhen. Isheenis narra bani yookin nan iyyaa jetteen. Innis maal na dhibaree iyyitu malee hin banu jedheen. Isheenis maaliif jennaan. halkan kanaan qullaake .butaanta qofaan eessa akka dhufte ollaan naaf haa beeku jedhe jedhani.🤣🤣🤣

Waan Dubbiftaniif Galatoomaa👌


#Bohaaraa😁
Niiti #quuftuu
Niiti quuftuu tokko dhirsa ishee irrati nama lama beekti
Guyyaa tokko utuu dhirsi ishee ala jiruu tokko dhufee manati ol seene, ammas utuu xiqqoo hin turiin inni tokkos dhufee yeroo kana inni dura ol seene qooxii yaabbate; faanuma inni lammaffaa ol seene abbaan manaa alaa ol seene,yeroo kana namichi lammata ol seene immoo dhagaa midhaan itti daakamu Jala dhokatee; abbaan manaas horii qalamaa jirtu argee foon liqii fudhatee Gale waan ta'eef niitii isaatin ijoollee hodhu foon kana liiqiin fidee dhufee jedheen isheenis golaa gadi utaalte maal kaffaluuf liqii fuutan jetteen, inni gara waaqaa ol ilaale yoonni narraa kaffale Nan kaffala jedhe
Namichi qooxii gubbaa jiru anaan jedha se'ee maal ana qofatu kaffalaa inni dhagaa jalaas hakaffalu malee jedhee lachuu Wal qabsiisan jedhama.

#Yoon isin bohaarse #like tuqaa.


📩 Share 🖇 join 🔼 like 🔴react


Kana beektuu?

Ijji namaa fageenya km 48 arguu danda'a, kana jechuun osoo lafti dirree diriiraa ta'ee namni tokko fageenya km 48 irratti ifa shaamaa arguu danda'a jechuudha!

Waliif qoodaa

Join @dinqisiisoo123


Kana beektuu?

Barattoonni mana barumsaa sadarkaa lammaffaa umuriin isaanii waggaa 16-20 ta’an biyya Sweden keessatti ji’atti doolaara 140 akka isaan baratan gargaaruuf kennamaaf.Wanti isaan irraa eegamu mana barumsaa dhaquu qofa.



#Share #waliif qoodaa

Join @dinqisiisoo123


Kana beektuu?

Adurroonni ujummoo dafqaa luka isaanii qofa irraa qabu, kana jechuun miila isaanii qofa irratti dafqu jechuudha.


#waliif qoodaa

@dinqisiisoo123


Which is the capital city of German?
So‘rovnoma
  •   Rome
  •   Berlin
  •   Paris
5 ta ovoz


Waggaa sagal (9) dura umuriin kee sagal (9) Ture , waggaa sagal (9) booda umuriin kee Meeqa ta'a❓
So‘rovnoma
  •   A. 9
  •   B. 18
  •   C. 26
  •   D. 27
1 ta ovoz


Gaaffii salphaa! 1.Hundeessaan Telegram eenyu?
So‘rovnoma
  •   Elon musk
  •   Murk Zuckerberg
  •   Pavel Durov
  •   Jeff Bezos
4 ta ovoz


Namni yeroo jalqabaaf Gara hawaa deeme Yuri Gagarin lammii biyya kamiiti?
So‘rovnoma
  •   America
  •   France
  •   Russia
  •   German
  •   Ethiopia
5 ta ovoz


Pennsylvania keessatti, Namni tokko Alkoolii dhuguuf ykn bituuf, Hayyama Barreeffamaa, Haadha Manaa isaa, isa barbaachisa.😁😁
@dinqisiisoo123
@dinqisiisoo123


Bara 1990tti konkolaataan kamuu osoo gabaaf hin dhiyaatin cimina isaa madaaluuf namni hammi kun olba'ee irra dhaabachuun dirqama turee....
@dinqisiisoo123


KANA BEEKTUU❓

Yeroo waraana addunyaa 2ffaa ademsifama  tureetti  sareen  kan maqaan isaa "Juliana" jedhamu boombii dho'uuf jedhu irratti fincaa'uun akka hin dhoone waan godheef,badhaasa "Blue Cross Medal" jedhamu badhaafamee ture
.

@dinqisiisoo123


Kabajamtoota maatii Dinqisiisoo akkam jirtu.

Mee namoonni Wanti nuti post goonu nuuf ta'e jettan 👍

Namoonni nuuf hin taane haa hafu jettan immoo👎


Bara 2013tti namni mana hin qabne maqaan isaa Biilii Reey Haaris jedhamu, qodaa ittiin karaatti bahee kadhatu keessaa, qubeelaa doolaara 4,000 tti baasu argate.

Qubeelaa kana kan gate Dubartiin tokko osoo isa deeggaruuf jettuu, akka tasaa harkaa bu'ee ture.  Guyyaa lama booda dubartiin kun gara kadhataa kanaatti deebite, Kadhataan kunis qubeelaa ishee kana deebisee kenneef.

Dubartiin kun nama kana galateeffachuuf jecha doolaara 4,000 walitti isaaf qabuuf jettee, fandii hundeessite. xumuura irratti doolaara kuma 185 ol, namicha kadhataa kanaaf walitti qabuu dandeesseetti.

Waan xiqqoo irratti Amanamnaan, waan guddaatti baata!♥️

@dinqisiisoo123


Mucaa nuti birr 1 durii irratti beeknu!! 🥰

Maqaan guutu isaa Mihiret Tafese jedhama!! Suraan guutuu gaafas kaafame kunooti.

Mucaa kana namni yaadatu qofti... 👏👏


Yoo urga'aa uumamaa nama murtaa'e tokkoo jaallatte, DNAn kee walhormaataaf mijataa dha jechuu dha.

🏃🏃🏃🏃🏃🏃😁

⚡️Join https://t.me/Dinqisiisoo123 🔔


Kana dhageessanii laata?😱

😳Kaalifoorniiyaa paarkii biyyaalessaa 'Death Valley' jedhamu keessatti uumama dinqii icciitii qabu jedhamutu jira. Lafa goggogaa gammoojjii keessa jirutti dhagaan gara fuulduraaatti socho'a🤔. Yeroo socho'an kallattiin hin mul'atan, garuu karaan irra socho'an sirritti mul'ata. Dhagoonni tokko tokko hanga Toonii 700 gahu kan ulfaatan yoo ta'u maashinoota ammayyaatinuu sochoosun ni cima. Saayintistoonni tilmaama gara garaa kaahanis iccitiin isaa hanga ammaa hin baramne. Waan ta'es ta'u 'dhagaanuu gara fuulduraatti socho'a' obbolee! Akka biyyaattis ta'ee akka dhuunfatti dhaabannee hafuu irraa nu haa baraaru!! Atis socho'i!


Kana beektuu❓

Moorookoo kessatti mallattoon jaalalli ittiin ibsamu onnee oso hin tahin tiruu dha....😁


Kana beektuu....?

  ✍ Kameeraa yeroo jalqabaatiif hojjetameen Suura ka’uuf namoonni utuu sochii hin taasisiin yoo xiqqaate sa'aatii 8tiif turuu qabu ture.

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.
OSZAR »